Minneapolis (MN) – This year’s eclectic cultural celebration in Little Oromia (Minnesota that is) is too colorful and too rich to report on in one piece. Every moment was like an epic plot in a good ...
Waldaan Walgargaarsaafi Misooma Maccaafi Tuulamaa mata duree "Safuu walii haa qabaannu'' jedhuun ibsi tibbana dhimma irreechaa irratti baase ijoo dubbii ta'eera. Waldichi ibsa baase kanaan 'Waggoota ...
Irreechi Ayyaana waggaa keessatti si'a lama Ummata Oromoo fi saboota jaallattootaa fi mararfattoota Ayyaana Irreechaan kabajama. Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata dhufu kana kabajama jedha, ...
Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata Dabree kabajamee oole. Haawaasni Oromoo Melbourne bakka heddumminaan argamanitti, Ayyaanni Irreechaa Daandenong bakka tarkaanfii kuma tokko jedhutti kabajame.
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results